Beeksiisa Caal-Baasii Gurgurtaa Qabeenya Abbaa Idaa Taaksii Obbo Malaakuu Adimaasuu Muuraj (TIN: 0022753202) – Waajjira Galiiwwanii Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuu – test3.diretenders.com

Beeksiisa Caal-Baasii Gurgurtaa Qabeenya Abbaa Idaa Taaksii Obbo Malaakuu Adimaasuu Muuraj (TIN: 0022753202) – Waajjira Galiiwwanii Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuu


Kallacha Oromiyaa (Oct 22, 2026)

Beeksisa Caal-Baasii

Kaffalaa Taaksii Obbo Malaakuu Adimaasuu Muuraj Lakkoofsaa Eenyummaa kaffalaa Taaksii (TIN) 0022753202 kan beekamuu Taaksii (Idaa Mootummaa )( Qarshii 35,285,226.2(Miliyoonaa Sodomii shaniif kuma dhibbaa la- maaf kuma sadetamii shaniif dhibbaa lamaaf digdamii jahaa fi sant.2/100) kan irraa barbadamuu osoo hin kaffaliin waanhafaniif teessoo isaanii Magaalaa Bishooftuu Kutaa Magaalaa Dhibayyuu Aanaa Dhakaa Booraa iddoo adda maqaa manadaldalaa Shaakachi jedhamuun kan beekamuu Lakkoofsa  Manaa hara kan ta’e qabeenyaa abbaa idaa taaksii akkataa labsii bulchiinsa taaksii Abbaa Taayitaa Galiiwwanii Oromi- yaa Lakk.203/2009 kewt-43n angoo kennameen caal-baasiin gurguruu barbada. tuulaibburg also

1. Gatii Ka’umsaa Caal-baasii meeshichaa qarshii 13,789,452.60(Miliyoonaa kudhaa sadiif kumaa dhibbaa torbaaf kumaa sadetamii sagaliif dhibbaa afuuriif shan- tamii lama fi santima 60/100)dha.

2. Haalaa Caal-baasichaaf ragaa dabalataa Wajjiraa Galii Bulchiinsaa Magaalaa Bishooftuu Gamoo 1ffaa Ga- ree Seeraa Taaksii kabachiisuu irraa argachuun ni dan- da’ama.

3. Dorgomtooti gatii ka’umsaa caal-baasichaa keessaa (%10) Maallaqa dheedhiin ykn CPOn Lakk. Herregaa Baankii Siinqee 1064473351216 irraatti dursanii qabsi- isuu qabu.

4. Dorgomtooti gatii meeshichaa ittiin bituu barbaadan if- atti lakkoofsaa fi qubeedhaan barreessanii poostaatti saamsuun teessoo Magaalaa Bishooftuu kutaa Magaa- laa Calalaqaa Gamoo Bulchinsaa Magaalaa Bishooftuu Wajjiraa Galii Magaalaa Bishooftuu Gamoo Darbii 1 ffaa Garee Seeraa Taaksii Kabachiisutti guyyaa 12/02/2019 irraa hangaa 12/03/2019 sa’atii 11:30tti waajjira Galii-wwanii Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuu Lakk Gamoo Iffaa Garee Seeraa Taaksii kabachiisuutti Saanduqaa Caal-baasiif qophaa’eetti galchuu qabu.

5. Caal-baasichi gaafa guyyaa 12/03/2019 guyyaa kees- saa sa’atii 11:30tti cuufame guyyaa 13/03/2019 ganama keessaa Sa’atii 3:30tti dorgomtotii ykn bakka bu’ati seer- aan bakka bu’aan fi abbaan qabeenyaas bakkaa argama- nitti galma walgahii Wajjiraa Galiitti ifaan banama.

6. Caal-baasicha abbaan Mo’ate qarshii inni dursee kaffalee ykn CPOn qabsiise itti herregameefii gatii ittiin mo’ate guyyaa mo’achuun isaa ibsame irraa eegalee guyyoota  15 (kudha shan) keessatti kaffalee xuudhaan qabeenyicha fudhachuu qaba.

7. Dorgomtoota gatii meeshichaa ittiin mo’atan guyyaa 15 (kudha shan) keessatti kaffalee fixuu yoo baate qarshii wabiidhaaf qabsiise waajjirichaaf galii ta’e caal-baasichi ni haqama.

8. Abbaan Taayitichaa caal-baasii kanaaf haala mijataa yoo argate gartokkeenis ta’e guutummaa guutuutti caal-baasi- cha haquu ni danda’am.

Hubachiisa:- Ibsa dabalataaf bilbila lakk-0900350025 bilbila lakk-0900350025 ykn 0946938838 Büroo Galiiwwan Oromiyaatti

Wajjiraa Galii Bulchinsaa Magaalaa Bishooftuu


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *