Waajjirri Karooraa fi Maallaqaa Aanaa Kurfaa Callee Pirojektil ljaarsa Gamoo G+2/ Masoob Waajjira Bulchinsa Aanaa Kurfaa Calleetiif dorgomtoota ga’umsaa n Dandeettil qaban kan Sadarkaan isaanii Ge/Bc 3fi sanaa ol tahe Caalbaasil Ifaan dorgomsilsee jaarsisuu barbaada – test3.diretenders.com

Waajjirri Karooraa fi Maallaqaa Aanaa Kurfaa Callee Pirojektil ljaarsa Gamoo G+2/ Masoob Waajjira Bulchinsa Aanaa Kurfaa Calleetiif dorgomtoota ga’umsaa n Dandeettil qaban kan Sadarkaan isaanii Ge/Bc 3fi sanaa ol tahe Caalbaasil Ifaan dorgomsilsee jaarsisuu barbaada


Addis Zemen (Nov 01, 2026)

Beeksisa Caalbaasil

Beeksisa Caal-baasil Pirojektil ljaarsa Gamoo/Masoob Waajjira Bulchinsa Aanaa Kurfaa Callee tin bahe Ilaalchisee:-

Wantoota Dorgomtonni Guutuu Qaban.

Waajjirri Karooraa fi Maallaqaa Aanaa Kurfaa Callee Pirojektil ljaarsa Gamoo G+2/ Masoob Waajjira Bulchinsa Aanaa Kurfaa Calleetiif dorgomtoota ga’umsaa n Dandeettil qaban kan Sadarkaan isaanii Ge/Bc 3fi sanaa ol tahe Caalbaasil Ifaan dorgomsilsee jaarsisuu barbaada.

Kanafuu:-

  1. Waldaan/Kontiraaktarri Oggummaa Hojii Pirojektii ljaarsa gamoo Masoob ir ttii muuxannoo fi hayyama seeraa Kan qabu fi dhiheessuu danda’u.
  2. VAT kan galmaa’ee fi ragaa dhihceffachuu kan danda’u
  3. Gibira baraa Mootummaan irraa barbaadu kan kafalee fi ragaa dhiheffachu kan danda’u
  4. Waraqaa ragaa Qaama secrummaa dhiheffachu kan danda’u.
  5. Waraqaa ragaa dhiyeessummaa dhiheffachuu kan danda’u.
  6. Waraqaa ragaa gahumsa ogummaa (certificate of competency) dhiheffachuu kan danda’u.
  7. Adabbii bittaa Mootummaa irraa dhorkamuu dhabuu isaa ragaa dhiheffachuu kan dinda’u.
  8. Walitti bu’iinsa faayidaa hin malle argachuurraa madderraa bilisa ta’uusaa ragan diiiheffachuu kan danda’u.
  9. Raawwii hojii isaatin gaarii ta’uu isaa xalayaa ragaa kan qabu.
  10. Projektii Ijaarsaa irratti dorgomee moo’atu gahumsaan raawwachuuf humna nama: fi meeshaa gahaa kan qabuu fi kanaafis xalayaa ragaa kan dhihefachuu danda’u.
  11. Ulaaga gamaaggama madaallii irratti gaafannoolee dhihaataniif ragaa qabatamaa ta’e wal-qasiisee dhiheffachuu kan danda’u.
  12. Dorgomaan kamiiyyuu kabachiissa caal-baasii qarshii 500,000 (kuma dhibba Shan) qabsissuu qaba
  13. Ragaa ijaarsaa (sanada hojii) goosa piroojektii tokkoof qarshii 500 (dhibba Shan) kan hin deebine waaj/galii Aanaa kurfaa calleetti kafaluun ragaa (Rissitii) qarshii itti kafale qabachuun Waajjira Karooraa fi Maallaqaa Aanaa Kurfaa Callee kutaagaree Bittaatti dhufee guyyaan 23/2/2019 hanga 11/3/2019 ti sa’aa hajiitti argamuun bitachuu ni danda’a.
  14. Ragaa (sanada) bite sirrittii ilaalee hojii tokko tokkoof guutuun ida’ama waligalaatis kaa’ee, orijinaalsa fi kooppii isan postas kophaa kophaatti saamsameen hanga guyyan 14/3/2019 sa’an 3:00 ti W/K/M/A/K/Callee kutaa garee Bittaatti sanduuqa caalbaasichaaf ophaa’etti galchuu danda’a.
  15. Caal-bessiin gnafa guyyaa 14/3/2019 sa’a 3:00 ti cufamee, guyyuma kana Sa’aa 4:30 ti ifatti banama.
  16. Dorgomaan mo’ate guyyoota 5 (shan) keessatti wal-galtee mallattessee iddoo ¡jaarsaa qeebaluun hojii egaluu qaba.
  17. Waajjirichi filannoo biraa yoo argate caal-baasicha walakkaas ta’ee gutumaa guututti haquu/dhiisu ni danda’a.

Hub. Yaada dabalataa barbaannaan Lak. Bilbilaa -09 40 59 05 01 fi 09 06 02 01 65 Fayyadamaa.
Waajjirri Karooraa fi Maallaqaa Aanaa Kurfaa


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *