Addis Zemen (Nov 13, 2026)
Murtii Abbaa Iddaa :- Dinagdee Lammaa jiduu falmii raawwii jiru ilaalchi- see R/himatamaan Obbo Dinagdee Lammatiin magaalaa Bishooftuu kutaa magaalaa dhibbaayyuu Aanaa dhakaa booraa keessatti lafa km2-200 irraa qubatee jiru daangaan isaa bahaan lafa obbo lammaa Guddataa lixaan mana obboo Naggasaa Tasammaa kaabaan obbo Sisaay dinagdee fi kibaan daan- diin daangeeffamuu magaalaa bishooftuu kutaa magaalaa dhibaayyuu Aa- naa dhakaa booraa keessatti argamu maqaa murtiin abbaa idaatiin galma’ee jiru gatii kaʼumsa qarshii 659643.44/kuma dhibbaa jaha fi kuma shantami sagali fi dhibaa jahaa fi afurtami sadii fi saantima afurtamii afur/ tiin gaa- fa 02/04//2019 sa’aa 3:30-6:30 caalibaasiin waan gurguramuuf namoonni bitachuu barbaaddan 4 CPO dhaan maqa Mana Murtii Ol’aanaa Magaalaa Bishooftuudhaan qabsiistanii qaamaan dhihaattanii dorgomtanii akka bitat- tan Manii
Murtii Ol’aanaa Magaalaa Bishooftuu isin ajaajeera