Addis Zemen (Nov 14, 2026)
Beeksisa Sirreeffamaa
Beeksisa caalbaasii Jimaata, Sadaasa 4, bara 2019 ALI gaazexaa fuula 32 irratti baherratti Murtii Abbaa Mirgaa Dammaqsaa Admaasuu, Murtii Abbaa Idaa: gidduu jiru ilaalchisee maqaan waamamaafi ka’umsa caalbaasii CPO 1/4 qabsiisuu qabdu kan jedhu kan sirreeffame ta’uu beeksisaa, beeksisni caalbaasii hafe isuma Sadaasa 4, bara 2019 fuula 32 irratti baheen kan ittifu- fu ta’uu beeksisna.
Caalbaasii kana dura bahe ilaaluuf maaloo liinkii armaan gadii tuqaa.
https://tender.2merkato.com/tenders/6af6b8b70a538a15f1000001