Godina Baha Oromiyaati Waajjirri Karoorafi Maallaqaa Aanaa Jaarsoo Bara baajataa 2019 keessatti Meeshaalee Elektrooniksii fi Faarnicheerii caalbaasii ifaa lakkoofsaa 007/2019 baasuudhaan dorgomsiisee bittuu barbaada


Addis Zemen (Nov 26, 2026)

Caalbaasii Ifaa 007/2019

Godina Baha Oromiyaati Waajjirri Karoorafi Maallaqaa Aanaa Jaarsoo Bara baajataa 2019 keessatti Meeshaalee Elektrooniksii fi Faarnicheerii caalbaasii ifaa lakkoofsaa 007/2019 baasuudhaan dorgomsiisee bittuu barbaada.

Kanaafuu, dorgomtooni ulaagaalee seera qabeessummaa armaan gadittiibsaman kana guutan caalbasicihaa irratti dorgomuu ni danda’uu.

  1. Hayyama seera qabeessaa fi tarreeffama dhiyeessitootaa keessatti galma’ee kan jiru ragaa kaffaltii ittigaafatamummaa gibiraa qabachuu
  2.  Gibira Bara 2018 kaffalee hayyama bara 2019 haaromsuu, akkasumas raga qulqullina kaffaltii gibira seeraa qabeessa ta’ee fi ragaa galmee taaksii dabalta qabeenyaa dhiyeessuu qaba
  3. Dorgomaan Meeshaalee armaan oliitti caqafaman dhiyeesuuf Hayyama seera qabachuu fi muxannoo meeshaa dhiyeessuu irratti kana muuxannoo qabachuu isaa ragaan mirkanneessuu ta’uu qaba
  4. Dorgomaan kamiyyuu Wabii caal-baasii (Bid security) ragaa baankiitiin kan mirkanaa’e (CPO)/ Maallaqa callaan Qr.300,000(kuma dhibbaa Sadii ) qabsiisuun raga isaa dhiyeessuu qaba
  5. Caalbaasiin Kun erga Gazeexa addis zemen maxxanfamee bahee irra eegalee Guyyoota hojii 15’f qilleensa Irra erga ooleen booda gaafa guyyaa 16’ffaa guyyaa sa’aa 4:30 irratti cufamee sa’aa 8:30 tti ni banama. Guyyaan kun ayyaana yookaan guyya hojii yoo kan hin taane ta’e guyyaa itti aanu guyyaa hojii kan banamu ta’a.
  6. Dorgomaan Sanada caalbaasii kana maallaqa hin deebine Qr.2000 (Kumaa lama) Kafalee Waajjiraa Galii Aanaa jaarsooti galii godhee, sanda caalbaasii Waajjira Maallaqaa Aanaa jaarsoo Kutaa Adeemsaa Bittaa fi Bulchiinsa Qabeenyaa irra saandaa fudhachuu ni danda’u.s
  7. Qaamnii beeksisa caalbaasii kana baase carraa fooyya’aa ykn sababoota seeraa qabeessa ta’aan yoo argate caalbaasii gartokee ykn guutummaatti haquu mirga qaba
  8. Dorgomaan kamiyyuu odeeffannoo daabalta kana barbaadduu tanan saandaa waajjira maallaqaa Aanaa jaarsoo qophesse irra argachuu ni danda’aa

Hubachiisaa dorgomaana sandaa caalbaasii kana bittu kamiyyuu meeshaalee sadarkaa qulqullina biyyoolesssaa guutan qofa dhiyeessuu qaba

Odeeffannoo dabaltaaf lakkofsa bilbila 09914491 97/0936827918

Godina Baha Oromiyaatti Waajjirra Karooraafi

Maallaqaa Aanaa Jaarsoo


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *