Addis Zemen (Nov 26, 2026)
Beeksisa Caalbaasii Ifaa Marsaa 2ffaa
Godina Baha Oromiyaatti Waajjira Karoorafi Maallaqaa Aanaa Gola Odaa Bara baajata 2019 pirojektii Ijaarsa Gamoo W/Bulchinsaa Aanaa Gola Odaatiif qabamee ture ijaarsisuuf caalbaasiin ifaa akka nuuf baaftan jedhanii xalayaa gaafa guyyaa 8/03/2019 barreessanii nu gaafatan irratti hundaa’uun,nuus Waajjirri Karooraa fi Maallaqaa Aanaa Gola Odaatis akka ijaaramu godhuuf koontiraaktaroota ulaagaalee barbaachisoo ta’e guutanii fi kontiraaktaroota GC/BC sadarkaa-5 fi isaa ol hayyama ijaarsa Gamoo kan qaban dorgomsiisee hojjachiisuu waan barbaaduuf dorgomtootni hundinuu dorgommiif afeeramtanii jirtu..
|
Abbaa Pirojektii |
Maqaa Pirojektii |
Iddooltti Hojjetamu |
Gosa Pirojektii |
Baay’ina
|
Bid Bond Amount(Birr) (CPO) |
Turtii Pirojekticha (guyyaa) |
|
W/Bulchinsaa Aanaa Gola Odaa |
Masoob (Wirtuu Ta-jaajila Iddoo Tokkoo] |
Aanaa Gola Odaa Magaalaa Burqaa
|
Ijaarsa Gamoo G +2
|
1 |
100,000
|
|
Ulaagaleen Dorgommiif Barbaachisan:
- Waraqaa Ga’umsa kontraaktaraa Ministeera klonstructioni Fedraalaa ykn Abbaa Taaytaa konstraakshinii Oomiyaa irraa GC/BC 5 fi isaa ol.Kontiraaktarri sadarkaa-5 fiisaa olii hojii ijaarsa Gamoo irratti Waraqaa Ragaa Gahumsa Ogummaa (Certificate of Competency) seera qabeessa Federaala fi Naannoo Oromiyaa irraa kan qabu fi hayyama daldalaa Bara 2019 Kan Haarayoomse.
- Galii Mootummaan irraa barbaadu xumuruu isaa raga ittiin kafale dhiheessuu kan danda’u.
- TIN Number/Lakk.Addaa Kaffalaa Gibiraa Kan Qabu Dabalataan VAT Kan Galmaa’e Tahuu Qaba.
- Galmee PPA/EGP irraa Kan galmaa’e.
- Waraqaa Ga’umsa ibsu/Hayyama koontiraaktaraa kan qabu
- Kabachiisa Caalbaasii CPO Baankiin mirkanaawe qarshii kuma dhibba tokko (100,000.00) maqaa waajjira Karooraa fi maallaqaa Aanaa Gola Odaatin qabsiisuu kan danda’u.
- Kontiraaktara hojii kanaan dura hojjechaa jiru hunda yoo xiqqaate % 90 hojjatee Fi xumuruu isaa Waraqaa Qaama isa hojjachiise irraa dhiheeffachuu kan danda’u.
- Dorgomtoonni Sanada caalbaasii qarshii hin deebine kuma shan [5000] Waajjira Karooraa fi Maallaqaa Aanaa Gola Odaa kutaa bittaa irraa guyyaa beeksifni bahee kaasee sa’aa hojii keessatti bitachuu kan danda’u.
- Sanadni Caalbaasii dhihaatu haqaa fi laaqaa qabaachuu hin qabu.
- Sanadni Caalbaasii gurguramuu kan eegalu guyyaa Beeksifni caalbaasiin bahee irraa eegalee 17/3/2019 guyyoota hojii 21 (digdamii tokko) Qilleensarra Turee kan cufamu guyyaa 15/4/2019- Sa’aa 6፡30 cufamee guyyuma san Waaree booda Sa’aa 8:30 tti Waajjira Karooraa fi Maallaqaa Aanaa Gola Odaatti kutaa bittaa keessatti Iddoo Dorgomtootni Ykn Bakka Bu’aan Seeraa qabeessa ta’e Argamanitti kan banama
- Dorgomtoonni Sanada caalbaasii yeroo galchitan Financial Fi Technical kan xarazame Dhiheessuu Kan Danda’u, Akkasumas Dorgomtoonni Sanada Bitattan Orijinaalaa, Koopii Iffaa fi Koopii 2ffaa Adda Bahee Enviloppii tokkoon Saamsamee Tokkoo Tokkoo Envelophii Fuula isaa Irratti Maqaa Dhaabbatichaa, Mallattoo, Chaaphaa,Fi Lak.Bilbilaa Isaaniitiin Kan Mirkaanaawe Dhiyeeffachuu Kan Danda’an tahu.
- Sanduuqni caalbaasii Waajjira Maallaqaa Aanaa Gola Odaa kutaa bittaa fuula seensiftanii/darbanii booda hordoffiif foormii dhimmi dorgomtoota caalbaasii kanarratti hirmaatan kanaaf waajjirichi qopheesse irratti maqaa dhaabbata keessanii, nama bakka bu’ee dokumentii galchee fi sa’aa itti galchee fi kkf hunda erga guutee booda mallattoo isaaniitin mirkaneessuun dirqama waan taheef dhaabbatni osoo ulaagaa ibsame kana hin guutin argame rakkoo gama Kanaan dhufuu kamiifuu itti gaafatamaan mataa keessan tahuu isin beeksifna.
- Dorgomtoonni Kamiyyuu dokimentii bitachuun dura Site ykn iddoo’ hojiin itti hojjat- amutti argamee erga laalee (site visit) booda waraqaa site visit fudhatee booda dookimentii bitachuu qaba.,Kanaafuu dorgomaan ykn koonntraaktarri kamiyyuu site visitii poosticha keessatti ashagatee fiduu baannaan fudhatama hin qabu waan ta’eef kana tahuu beektanii duursitanii akka site visitii fudhachuu qabdu..
- Waajjirrichi Caalbaasicha Haala Fooya’aa Yoo Argate Gar- tokkeniis ta’ee Guutuutti Haquu ni danda’a.
- Walumaa galatti akkaatuma olitti ibsame kanatti ulaagaaleen Qajeelfama Bittaa Ijaarsaa koontiraaktaroota keessatti hammataman guutummaan guututti hojiirra kan oolu taha.
- Odeeffannoo dabalataaf 09 34 30 83 57/ 09 15 14 07 01/ 09 63 91 17 03/ 09 85 91 43 25 irratti Sa’aa hojii keessatti bilbiltanii gaafachuu ni dandeessu.
Godina Baha Oromiyaatti Waajjira Karoorafi Maallaqaa Aanaa Gola Odaa