Addis Zemen (Nov 27, 2026)
Beeksisaa caalbaasii IfAa Marsaa 2ffaa
Godiina Bahaa Oromiyaatti Wajjiirii Mallaaqa Aanaa Gurawaa bara baajjata 2019 keessaatti Seektaroota fi Gandoota Aana kenyaa kessattii Argmananiif Meeshaalee Dhabbata Elektroniksii Fi Furniture Caalbaasii ifaan Dorgomsiisee Bituu barbaada
kanaaf dorgomtootni Ulaagaa Arman gadii guutan dorgomuu ni dandessuu.
- Gibira bara 2018 kafalee hayyama hujii Bara 2019 kan haaroomse.
- Dhiheessa meeshaaleetiif hayyama hujii kallaattii kan qaban.
- Galmee dhiheessitoota kessaattii kan Galma,ee fi Ragaa Dhiheeffachuu Kan danda,an..
- Dorgomaan hundi Galmaahaa taaksii dabalata qabeenyaa(VAT) fi (TIN) kan qabuu fi raga dhiheefachuu kan dandahu.
- Dorgomtooni hundi kabachiisa caalbaasii Qarshii kuma shantama (50,000) CPO baankii Daldala Itoophiya fi sinqee Irraa maqaa waajira maallaqaa Aanaa Gurawaatiin qabsiisuu kan dandahu.
- Dorgomaan hundi sanada Yeroo deebiisan maqaa, mallatoo fi chaappaa Dhabbatiicha irraattii dhahun poostaa lamaan kopy fi orjinaalaa Addaa Addaan saamsanii Galchuu Qaban.
- Sanadni dhihaatu laaqamaa fi haqamaa kan hin qabne tahu qaba.
- Beeksiifni Kun Guyyaa Bahee irraa egalee guyyaa Guyyoota Waliittii Aan- uu kudha shaniif (15) qilleensarra tura.
- Dorgomtoonni beeksifni Caalbaasii gaafaa Guyya 18/3/2019 Irraa egalee Hangaa Guyyaa 2/4/2019ttii qarshii hin deebine Kuma tokko (1000)kafalu- un Sanada Wajjiira mallaaqaa Aanaa Gurawattii bitachuu dandessuu.
- Caalbaasichi gaafa guyyaa kudha shanaffaa (15ffaa) sa’aa 11:30 iratti cu- famee gaafa guyyaa Kudha Jahaffaa(16ffaa) sa’aa 4:00 irratti bakka Koree fi dorgomtootni ykn bakka bu’aan seeraa argamutti Waajjira Mallaaqaa A/ Gurawaati ni banama.
- Guyyaan kun cufaa ykn Ayyaana yoo tahe guyyaa itti Aanu sa’aa walfakaa- tutti ni banama. guyyaa
- Dorgomtootni caalbaasicha irratti moohaman kabachiifni caalbaasii guyyaa lama keeysatti ni deebi’aaf Dorgomaan caalbaasicha moohate moohuu isaa beksiifame irraa Eegalee guyyaa shan(5)keeysatti gatii bittaa waliigalaa keeysaa 10% kabachiisa waliigaltee qabsiisuun waliigaltee bittaa seenuu qaba
- Mohaatan Meeshaalee dhiheessuu Geejjiiba Baasii isaatiin Hangaa Wajjiira Mallaaqa Aana Gurawattii Dhiheessuu Qaba.
- Waajjirichi filannoo biraa yoo argate caalbaasicha gartokkeen ykn guu- tuu guututti haquuf mirga ni qaba.
- odeefannoo dabalataf Lakkofsaa bilbilaa 0915151379,0939902153fi 0901944516 bilbiluun Gaafachuu Dandessuu.
Waajjira maallaqaa Aanaa Gurawaa