Beeksisa Caalbaasii 1ffaa Gurgurtaa Konkolaataa Mana Murtii Ol’aanaa Godina Wallagga Lixaa – test3.diretenders.com

Beeksisa Caalbaasii 1ffaa Gurgurtaa Konkolaataa Mana Murtii Ol’aanaa Godina Wallagga Lixaa


Addis Zemen (Sep 13, 2026)

Beeksisa Caalbaasii 1ffaa

Raawwii Himataan Haaruun Haayiluufi R/Himatamaa WestKonistirakshin Ittigaafatamummaan isaa murtaa’e gidduu falmii raawwii siiviilii jiruuf konkolaataa qabeenyummaan isaa kan raawwiin himatamaa ta’e lakkoofsa, Gabatee isaa AA-3-A94789, Lakkoofsa Shaansii JT 132LNB809015601, Lakkoofsa Motoraa 2L-3647073 kanta’e caalbaasiin ka’umsa gatii qarshii 787,929.62(kuma dhibba torbaafi kuma saddeettamii torbaafi dhibba sagaliifi digdamii sagaliifi saantima jaatamii lama) gatii olaanaa argameen gaafa guyyaa 05/1/2019 waaree dura sa’aatii 3:00 hanga 6:00tti waan gurguramuuf namoonni bitachuu barbaadan bakka qabeenyichi itti argamutti argamtanii dorgomuun bitachuu akka dandeessan Manni Murtii Ol’aanaa G/W/Lixaa ajajeera.

Mana Murtii Ol’aanaa Godina

Wallagga Lixaa


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *