Kallacha Oromiyaa (Sep 10, 2026)
Beeksisa Caalbaasii Ifaa
Godina Boorana Bahaa Waajjira Maallaqaa Aanaa Gumii Eel-dalloo manneen hojii mootummaa aanichaa keessaatti uffata hojii fi gatii hodhaa motor saayikilii korboo konko laattaa meeshaalee dhaabbii xixiqqaa biroolee keessa bittaa elektirooniksii fi motoraa bara bajataa 2019/2014 caalbaasii irratti meeshaalee dhiyeessuu barbaaddu
kanaafuu caalbaasii kana irratti dorgomuu kanneen barbaadaddan dhiyaattanii dorgomuu ni dandeessu.
Ulaagaalee caalbaasii dorgomichaa barbaachisu
1. Dorgomtoonni caalatii hojii daldaalaa isaantiin heyyama seera qabeessaa ta’e kan qabanilfi gibira hojii bara kanaa kan kaffalan keessaa kennaa tajajila keessa raga sanduuqaa ittiin galmaa’aa anii galmaa’aa ta’anii faayinaansii ta’uu isaanii foottoo koppii isaa sanada caalbaasii waliin qabsiisanii dhiyeessuu qabu.
2. Dorgomtoonni dhiyaatan galmaa’aa VAT kan ta’anii fi ragaa dhiyeeffachuu kan danda’an.
3. Dorgomtoonni sanda caalbaasii guutyaa beeksiif kun gaazexaa kallacha oromiya irratti maxxanfamee bahe irraa eegalee yeroo huda sa’aatii hojii maallaqa hin deebine Qarshii 200 kaffalumun kutaa wajiira kenyaa lakk 1 tii dhiyaachuu gaafa 18/1/2014 hanga sa’atii 11:30 sandicha batachuuni danda’u
4. Dorgomaan kamiyyuu kabachiisa caalbaasichaa kan oolu gatii tilmaama bittaa waliigalaa 2% maallaqaa Aanaa Gumii Eel- Dalloo cheeki CPO baankiin mirkanaa’e sanda oriijinaalaa caalbaasichaa waliin qabsiisee dhiyeessuu qaba.
5. Dorgommtoonni sanda caalbaasii meeshaalee barreessaa qulqullessaa fi dhaabbii xixiqqaa fi dhaabbii xixiqqaa poostaa samiin saamsameen oriijinaalaa fi koppii addaan baasuun gaafa 22/11/2019 sa’aatii 4:00 hanga sa’aatii 6:00tti waajjira maallaqaa Aanaa Gumii Eel-Dalloo saanduqa caalbaasicha kanaaf qophaa’e keessa galchuu qabu.
6. Caalbaasii meeshaalee barreessaa qulqullessaa fi dhaabbii xixiqqaa gaafa 22/11/2019] sa’aatii 4:00 hanga 6:00tti waajjira maallaqaa Aanaa Gumii Eel-Dallootti ni banama.
7. Dorgomtoonni sanda caalbaasii meeshaalee dhaabbii Elektiroonksii poostaa samiin saamsameen oriijinaalaa fi koppii addaan baasuun gaafa 23/11/2019 sa’aatii 4:00 hanga sa’aatii 6:00tti waajirri maallaqaa Aanaa Gumii Eel-Dalloo saanduqa caalbaasicha kanaaf qophaa’e keessa galchuu qabu.699
8. Caalbaasii meeshaalee dhaabbii gaafa 23/1/2019 sa’aatii 8:00 irratti meeshaalee Elektirooniksii gaafa 23/1/2019 sa’aatii 10:00 irratti dorgomtoonni ykn bakka bu’oonni seeraa isaanii akkasumas taajjabdoonni bakka argamanitti galmaa’uun waajjira Aanaa Gumii Eel-Dalloo ni banama.
9. Caalbaasii meeshaalee korboo konkolaataa motor saayikii uffata seeraa fi gatii hodhaa postaa samiin saamsameen gaafa 23/01/2019 sa’aatii 4:00 irratti hanga sa’aatii 6:00tti waajjira maallaqaa Aanaa Gumii Eel-Dalloo saanduqa caalbaasii kanaaf qophaa’e keessa galichuu qabu.
10. Caalbaasii meeshaalee korboo konkolaataa motor saayikii uffata seeraa fi gatii hodhaa postaa samiin saamsameen gaafa 23/1/2019 sa’aatii 8:00 irratti dorgomtoonni ykn bakka bu’oonni seeraa isaanii akkasumas taajjabdoonni bakka argamanitti galmaa’uun waajjira Aanaa Gumii Eel-Dalloo ni banama.
11. Mo’ataa caalbaasiif qarshiin kan kaffalamuuf meeshaalee mana kuusaa waajjira maallaqaa Aanaa Gumii Eel-Dalloo modala 19 erga galchee fi nagahee seera qabeessa erga dhiyeesseen booda kan kaffalamuuf ta’a.
12. Mo’ataan caalbaasii meeshaalee ittin mo’ate hunda hanga waajjira maallaqaa Aanaa Gumii Eel-Dalloo dhiyeessuu qaba.
13. Afaan caalbaasiin ittiin gaggeeffamu Afaan Oromoo ti.
14. Waajirichi filannoo fooyyaa yoo argate caalbaasicha guutuma guutuutti ykn gar-tokkeen haquu ni danda’a.
Odeeffanno dabalaataatiif lakk bilbilaa 0916 939 884 ykn 0916 850 368
Waajira Maallaqaa Aanaa Gumii Eel .Dallo