Beeksisa Caal-baasii Konkolaataa Fe’umsaa (FSR33) Gurguruuf Bahe – test3.diretenders.com

Beeksisa Caal-baasii Konkolaataa Fe’umsaa (FSR33) Gurguruuf Bahe


Addis Zemen (Oct 30, 2026)

Beeksisa CaalBaasii

R/Himataa Geetachoo Kooruu fi R/Himatamaa Siilaash Balaay gidduu Falmii Raawwii Siviilii Jiruuf;- Konkolaataa Fe’umsaa Moodela isaa FSR33 ta’e Lakk gabatee AA -03- A21537 Lakk mootoraa 6 HH1-477920 Lakk Shaansii JALK6A130E7103714 ta’e qabeenyummaan isaa kan r/ himatamaa siilaash Balaay ta’e ka’umsa caal-baasii 1,793,311.77/100 (Miliyoona tokko fi kuma dhibba torbaa fi kuma sagaltamii sadii fi dhibba sadii fi kudan tokko fi santima 77/100) gaafa 02/3/2019 w/dura sa’a 3.00 hanga sa’a 6.30 waan gurguramuuf namootnnii bitaachuu barbadaan bakka qabeenyichaa tti argamtanii akka dorggoomtaan mannii murtii dhaddacha Dhaabbii gimbii fi naannoo ishee ajajeera

Mannii Murtii Dhaddacha Dhaabbii gimbii fi naannoo ishee


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *