Godina Shawaa Lixaatti Waajjirri Maallqaa Aanaa Baakkoo Tibbee Bittaa Meeshaalee Barreeffama, Bittaa Meeshaa Qulqullina, Bittaa Meeshaa biiroo keessaa, Bittaa Meeshaa Elektirooniksii, Bittaa Meeshaa Farnicheerii, Bittaa Meeshaalee konkolaataa fi Gommaawwan adda addaa, Bittaa meeshaalee ijaarsaa fi Bittaa uffataa seeraa caal- baasii ifaattiin Bituu barbaadaa


Kallacha Oromiyaa(Aug 21, 2025)

Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ።

Caalbaasii

Godina Shawaa Lixaatti Waajjirri Maallqaa Aanaa Baakkoo Tibbee Bittaa Meeshaalee Barreeffama, Bittaa Meeshaa Qulqullina, Bittaa Meeshaa biiroo keessaa, Bittaa Meeshaa Elektirooniksii, Bittaa Meeshaa Farnicheerii, Bittaa Meeshaalee konkolaataa fi Gommaawwan adda addaa, Bittaa meeshaalee ijaarsaa fi Bittaa uffataa seeraa caal- baasii ifaattiin Bituu barbaadaa.

Dirgamaa Dorgomtootaa

1. Sanadaa caal-baasichaa Qarshii 500.(dhibbaa shaan) kanfaludhaan guyyaa hojii hundaa WM Aanaa Baakkoo Tibbee Biiroo Lakk 5 dhufuudhaan guyyaa Gaazexaa bahee irraa egalee hanga 5/ 13 /-2017 Sa’aati 11.30 bittaachuu kan danda’an.

2. Gibiraa bara kana kan kanfalee fi raga dhiyeefachuu kan danda’uu

3. VAT(Galii dabalataa) kan galmaa’ee fi raga dhiyeefachuu kan danda’uu.

4. Dorgmtootnii kan dhiyeessan gatii waliigalaa 1% baankiiiidhaan kan mirkana’ee cheekii YKN CPO kabachiisa caalbaasii sanada caalbaasii waliin kan dhiyeesu

5. Moo’afaan caalbaasicha waligaltee yoommuu mallatteesu kabachiisa waligaltee 10%kan qabsiisu ta’uu

6. Dorgomtoota gatiin dorgomaan sanada caalbaasii irratti guutanii inviloopii samiidhaan samsamee keessa kaahudhaan 5/1/2018 hanga sa’a 4.00 qofa bakka ibsamee lakk biiroo 5 bakk saanduqaatti galchuu kan danda’an ta’uu isaa

7. Caalbaasii 05/01/2018 sa’aatii 4;00 kan cuufamu ta’uu isaa

8. Caalbaasii 05/01/2018 sa’aatti 4;30 bakka dorgomtoonni ykn bakka bu’aa isaanii argamanitti ni banama.

9. Gatii meeshaa tokko VAT(qabeenya dabalataa )waajjin guuttanii akka galchitaan

10. Waajirichii filannoo biraa yoo argatee caalbasiichaa gar-tokkee dhaanis ta’e guutumaa guutuutti haquuf mirgii isaa kan egaame dha. Odeeffannoo Gaazexaa kallachaa oromiyaa hagayya 15/12/2017 Lakk Bilbilaa 0908985822 ykn 0924490455

 waajjirri Maallqaa Aanaa Baakkoo Tibbee