Bulchiinsa magaalaa shaggar kutaa magaalaa Gafarsa Gujeetti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Gudduu manneen hojii aana fi waajjira mana qopheessa bara baajataa 2018tti kan ooluuf meeshaalee gosa adda addaa uffata seeraa hojjettootaa, meeshaalee dhumeeyyii biiroo, meeshaalee qulqullinaa, meeshaalee dhaabbii biiroo fi eelektirooniksii, meeshaalee barreeffamaa, meeshaalee haaromsaa fi gommaa konkolaataa akkaataa labsii 157/2002 fi qajeelfama bittaa mootummaa bara 2004 bahee irratti hundaa’un waldorgomsiisee caalbaasii ifaadhaan bituu barbaada


Addis Zemen(Sep 01, 2025)

Please read the detailed instructions below. ከስር የተቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ።

Beeksisa Caalbassii I fa

Lakkoofsa Caalbassii  01/2018

Bulchiinsa magaalaa shaggar kutaa magaalaa Gafarsa Gujeetti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Gudduu manneen hojii aana fi waajjira mana qopheessa bara baajataa 2018tti kan ooluuf meeshaalee gosa adda addaa uffata seeraa hojjettootaa, meeshaalee dhumeeyyii biiroo, meeshaalee qulqullinaa, meeshaalee dhaabbii biiroo fi eelektirooniksii, meeshaalee barreeffamaa, meeshaalee haaromsaa fi gommaa konkolaataa akkaataa labsii 157/2002 fi qajeelfama bittaa mootummaa bara 2004 bahee irratti hundaa’un waldorgomsiisee caalbaasii ifaadhaan bituu barbaada.

Ulaagaalee dorgomtoonni guttachuu qabaan

  1. Dorgomaa gibira bara kanaa kaffaluun heyyama daldalaa isa kan haromsee fi ragaasaa dhiyeeffachuu kan dan’da’u akkasumas tarree dhiyessitoota bitta mootumaa irraattii kan galme’e ta’u qaba.
  2. Dorgoomtonni sanada bittachuu barbaadan guyyaa beeksifni kun gaazeexa Addis Zaman irraattii maxxanee irra egalee guyyota hojii walitti aanaan guyya 15 keessattii Waajjira Maallaqaa Aanaa Gudduu kutaa bitta fi bulchiinsa qabeenyaa irraa sa’aa hojii mootummattii qarshii hin deebine 500(dhibba shaan) kaffaluun bittachuu ni dandeessu.
  3. Dorgoomtonii Lakkoofsa eenyummaa kaffalaa gibiraa/TIN/fi galmaha vaatii kan qabu fi ragaasaa dhiyeeffachuu kan dan’da’u ta’u qaba.
  4. Sanada dhiyaatu irratti waan sanadichi gaafatu maqaa oomisheessaa,bara oomishame fi moodelli meeshaa kan hin guutamne yoo tahe guutamuu qaba.
  5. Dorgomtoonni sanada dorgommii dhiyaatu irratti maqa a,teessoo,lakkbilbilaa,chaappaa fi mallattoo isaanii guutuu qabu
  6. Dorgomaan hundi kabachiisa caalbaasii deebi’uu danda’u 100,000(kuma dhibba tokko) CPO baankiidhaan deeggarame dhiyeffaachuu kan danda’u ta’u qaba.
  7. Moo’ataan kamiyyuu meeshaalee moo’ate baayyinni isaa itti himame irratti waliigaltee gochuu fi meeshaalee itti himame hunda moodela isaa osoo hin jijjiin dhiyeessuu kan danda’u
  8.  Dorgomtoonni gatii ittiin dorgomuudhaaf sanada yaada dorgommii irratti guutan oorijinaala fi koppii isaa adda baasun saamiidhaan saamsanii dhiyeessuu qabu.
  9.  Dorgomaan kamiyyuu gatii ittiin guutan vaatii fi vaatii ala ta’uu isaa adda baasuun guutuu qaba.
  10. Caalbaasii gaafaa gayya 8/1/2018 ganama keessaa sa’aa 4:00 irratti ni cufamee guyyuma kana sa’a 4:30 irratti bakka dorgomtoonni ykn bakka bu’iinsi seeraa isaanii jiranitti Waajjira Maallaqaa Aaanaa Gudduu keessatti saanduuqni caalbaasichaa ni banama. Dorgotoonni ykn bakka bu’ootni dorgomtootaa seeraa qabeessa ta’an hundi baniinsa caalbaasi irratti yoo hin argamne caalbaasicha hin guufachisuu
  11. dhabbaani caalbaasichaa mo’ate meeshaalee mo’ate gaatii basuu fi busuu akkasumas gatii geejjibaa hunda danda’uun hangaa Waajjira Maallaqaa Aaanaa Gudduutti dhiyeessu qaba.
  12. Waajjirichi meeshaalee dorgomiif dhiyaatan keessaa 20% dabaluu ykn hirisu danda’a.
  13. Waajirichi mala/ tooftaa /carraa/ bira aargannaan caalbaasicha gartokkee isaas ta’u guutummaan guutuutti haquudhaaf mirga guutuu qaba.

Ragaa dabalataa yoo barbaaddan

Lakkofsaa bilbilaa 0917735296/0912716050 bilbiluun gaafachuu ni dandeessu

Bulchiinsa Magaala Shaggaritti Kutaa  Maallaqaa Gafarsa Gujeetti Waajjira

Maallaqaa Aanaa Gudduu