Your cart is currently empty!
Waajjira Bulchiinsaa Aanaa Akaakoo Mana Abbichuu gurguruu barbadaa
Kallacha Oromiyaa(Jan 29, 2026)
Beeksisa caalbaasii baargamoo
Aanaa Akaakoo Mana Abbichuu qabeenya aanichaa kan ta’e,baargamoo Zoonii dhamotaa iddoo addaa Shuquruutti argamu,ballinni isaa tilmaamaan hektaara 15 ol ta’e,caalbaasii ifaadhaan dorgomsiisee gurguruu waan barbaaduuf namoonni ulaagaa armaan gadii guuttan dorgomuu ni dandeessan
Ulaagaa Dorgommii
1. Heeyyama daldalaa bara 2018 kan haaronfate
2. Lakk.TIN kan qabu
3. VAT kan qabu
4. Kiliraansii Waajjira Galii kan dhiyeessuu danda’u
5. Kabachiisa caalbaasii qarshii 100,000 qabsiisuu kan danda’u
6. guyyaan caalbaasii 30/05/2018 ganama sa’atii 3:00-4:00tti Waajjira Aanaatti caalbaasiin ni banama
7. Guyyaa hojii koreen agarsiisuudhaaf hayyamamaadha
8. Aanaan filannoo biraa yoo argatte guutumaa guututti ta’ee gar-
tokkee haquuf mirga ni qabaata.
Waajjira Bulchiinsaa Aanaa Akaakoo Mana Abbichuu