Mana Murtii Ol’aanaa Godina Wallagga Bahaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa – test3.diretenders.com

Mana Murtii Ol’aanaa Godina Wallagga Bahaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa


Kallacha Oromiyaa (Jul 02, 2026)

Beeksisa Caalbaasii

M/A/Mirgaa Mana Qopheessaa Magaalaa Naqamtee fi Murtii Abbaa Idaa dhaabbata ijaarsa waliigalaa koomtoo itti gaafatamummaan isaa murtaa’e,PLC,Latii Taaffasaa, Taaffasaa Tolasaafi Zennebeech Duulaa jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Ganda 07 keessatti maqaa raawwiin himatamtootaan galmaa’ee argamu,lakk.kaartaasaa 640WBIFLMN1/13 ta’e,gatii ka’umsa caalbaasii qarshii 6,862,497.23.00n gaafa guyyaa 19/11/2018 sa’aatii 3:00-6:00tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka’umsa caalbaasii 1/4 CPO dhiyeeffachuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta’uu manni murtii ajajeera. 

Mana Murtii Ol’aanaa Godina Wallagga Bahaa

 


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *