Waajjirri Maallaqaa Godina Boorana Bahaa manneen hojii Mootummaa Godinicha keessatti argamanif meeshalee biroo dhafii oolu wal dorgomsisee bituu barbaada – test3.diretenders.com

Waajjirri Maallaqaa Godina Boorana Bahaa manneen hojii Mootummaa Godinicha keessatti argamanif meeshalee biroo dhafii oolu wal dorgomsisee bituu barbaada


Kallacha Oromiyaa (Jul 23, 2026)

Beeksisa Caalbaasii 1ffaa Lak. 001/2019

Waajjirri Maallaqaa Godina Boorana Bahaa manneen hojii Mootummaa Godinicha keessatti argamanif 1. Bittaa Meeshaalee Barreeffammaa 2. Bittaa uffata seera hojjattoota Mootummaa 3. Meeshaalee qulqullinnaa 4. Meeshaalee Dhaabbii xixxiqqa waajjira keessaa 5. Korboo (Gommaa) konkolaataa, Motor saayikilootaa fi Baatirii 6. Meeshaalee Elektirooniksii 7. Meeshaalee dhaabbii /Furniture/ 8. Meeshaalee Jijjiraa konkolaataa 9, Bittaa Motor Saayikilii fi 10. Gatii Harkaa suuphaa konkolaataa Garaajota Magaalaa Hawassaa fi Shaashamannee bara bajaata 2019 tiif caal- baasii ifaatiin wal-dorgomsisee bituu barbaada. Kanaafuu caal- baasii kana irraatti dorgomtootni hirmachuu barbaaddan, bu’uruma armaan gadiitti ibsameen dhiyaattanii dorgomuu ni dandessu. Dorgomtootni kallattii hojii daldala isaaniitiin heeyyamaa daldalaa haaromee seera qabeessa ta’ee, facaatii dhiyyeesitoota / supply list/ kennaa tajajila biyyaa keessaa ragaa sanadoota ittiin galma’an fi Ragaa lakkofsa TIN fotoo koppii isaa sanada caal-baasii waliin qabsisanii dhiyyeesuu qabu. Caalbaasii bara baajata 2019 irraatti hirmachuu akka danda’an Waajjira Galiwwannii irraa gibira baraa Kan ittin kaffalan raga fotoo kooppii dhiyyeffachuu kan danda’an. Dorgomtoonni dhiyaatan galma’aa taaksii dabaltaa (VAT) ta’uu isaanitiif ragaa fotoo kooppii dhiyeeffachuu kan danda’aniif Bittaa mana hojichaaf dhiyyeessan keessaa VAT %7.5 irraa cite Sanduqa mootummaattii galii ta’u isaa beckuun dirqama. Dorgomtootni sanada Caalbaasii guyyaa beeksifni Kun Gaazexaa Kallalcha oromiyaa irratt qilleensara bahe eegalee guyyoota hojii Mootummaa 15/ kudha shan/ keessattii yeroo hunda sa’aati hojii mootummaa maallaqa hin deebine qr. 500.00 (dhibba shan ) kaffaluun Adeemsa Hojii Bittaa, Bulchinsaa fi Dhabbamsiisa Qabeenyaa Tajaajila puulii Walii galaa waajjira Maallaqaa Godina Booarana Bahaa Gamoo G+1 lakk. 09 tti dhiyaachuun sanadicha bitachuus ta’e deebisuu ni danda’u. Dorgomaan kamiyyuu kabachiisa Caalbaasiif kan olu gatii tilmamaa bittaa waligalaa % 1(parsantii tokko qofa) maqaa waajjira Maallaqaa Godina Boorana bahaatiin CPO Baankiidhaan mirkanaa’e ykn Baankii Gaaraantii qofa sanada Orijinaalaa caalbaasichaa waliin qabsiisee dhiyeessuu dirqama qabu. Dorgomaan kaamiyyuu Ragaalee Orijinaala yeroo gaafatame dhiyyeessuudhaaf fedhii kan qabu ta’uu qaba. Dorgomtootni sanada caalbaasichaa 1.meeshaalee barreffammaa 2. qulqullesaa, 3. Dhaabbii xixiqqaa Waajjira keessaa 4. Uffataa seeraa hojjattoota Mootummaa 5. Korboo (Gommaa) konkolaataa, Motori saayikilootaa fi Baatirii 6.Meeshaalee Elektirooniksii Meeshaalee dhaabbii /Furniture/ 8. Meeshaalee Jijjirraa konkolaataa 9. Bittaa Motor Saayikilootaa fi 10. Gatii Harka supha konkolaataa Magaalaa Hawassa ykn Shaashamannee poostaa saamsameen, Orjinaalaa fi kooppii addaan baasuun gaafa guyyaa beeksiisni kun qilleensa irraa olee egalee guyyaa hojii Mootummaa 16ffaa irratti hanga sa’aati 6:00 tti Waajjira Maallaqaa Godina Boorana Bahaatti Saanduqa Caalbaasicha kanaaf qophaa’e keessa galchuu qabu. Caalbaasichi meeshaalee 1. Barreffammaa, 2.Qulqullessaa, 3.dhaabbii xixiqqa waajjira keessaa 4. Uffataa seera hojjattoottaa Mootummaa fi 5. Meeshaalee Jijjiraa konkolaataa gaafa guyyaa beeksiisni kun qillensa irraa olee egalee guyyaa hojii Mootummaa 16ffaa sa’aati 8:00 tti dorgomtootni ykn bakka bu’oonni seeraa isaanii, akkasumas taajjabdoonni bakka argamanitti galma xiqqaa Waajjira Maallaqaa Godina Boorana Bahaa Gamoo G+2 lakkofsa 18 keessatti ni banamaa. Caalbaasichi Meeshaalee 1. Elektirooniksii 2. Meeshaalee dhaabbii /Furniture/ 3.Bittaa Motor Saayikilootaa 4. Korboo konkolaataa, motor saayikilootaa fi Baatirii 5. Gatii Harka supha konkolaataa Magaalaa Hawassa ykn Shaashamannee gaafa guyyaa beeksiisni kun qilleensa irraa olee egalee guyyaa hojii Mootummaa 17ffaa sa’aati 8:00tti dorgomtootni ykn bakka bu’oonni seeraa isaanii, akkasumas taajjabdoonni bakka argamanitti galma xiqqaa Waajjira Maallaqaa Godina Boorana Bahaa Gamoo G+2 lakkofsa 18 keessatti ni banamaa. Mo’ataan caal-baasii meeshaalee ittiin mo’atee hundaa hanga Waajjira Maallaqaa Godina Booranaa Bahaattii dhiyeessuuf dirqama qaba. Afaan caalbaasichii ittinii geggeeffamuu Afaan hojii mootummaa Naannoo Oromiyaatti. Waajjiricha filannoo fooyyee yoo argatee caal-baasichaa guutumaan guututti ykn gar-tokkee isaa haquudhaaf mirgi isaa seeraan kan eegame dha. Odeeffannoo Dabalataaf

Lakk.Bilbilaa- 0464450917 ykn 0464450341

 Waajjira Maallaqaa Godina Boorana Bahaa Nageellee Booranaa