Goodina Borana Bahattii waajjira Maallaqaa Aanaa Madda walaabuu Bara Baajataa 2019 seektarootaa Mootummaa fi Gandotaa Aanichaa keessaa jiraniif Meeshaalee bittuu barbaada. – test3.diretenders.com

Goodina Borana Bahattii waajjira Maallaqaa Aanaa Madda walaabuu Bara Baajataa 2019 seektarootaa Mootummaa fi Gandotaa Aanichaa keessaa jiraniif Meeshaalee bittuu barbaada.


Kallacha Oromiyaa (Sep 24, 2026)

Beeksiisa caalbaasii marsaa 1ffaa

Goodina Borana Bahattii waajjira Maallaqaa Aanaa Madda walaabuu Bara Baajataa 2019 seektarootaa Mootummaa fi Gandotaa Aanichaa keessaa jiraniif, 1- Meeshaalee Barreeffamaa 2. Meeshaalee qulqullinaa 3. Meeshaalee dhabbil biroo keessaa 4. Meeshaalee dhabbii farnicharaa biroo keessa 5.Meeshaalee elektroniksii biroo keessa 6. Uffata dambii hojjattottaa 7. Uffata dambii sportii 8. Meeshaalee jijjirraa konkolaataa 9. Meeshaalee ijaarsaa fi maxxansalee adda addaa caalbaasii ifaa tiin waldorggomsiisee bittuu barbaada Kanaatau dongomtoonii ulaagaalee arikan gadi guuttan hundi dorgomuu kan dandeessan isün becksifna

Ulagalee dorgommiif barbaachisan

1. hayyama daldaala kallatii hojii daldaala isaanitiin kan qabuu fi kan bara 2018 haroomfamee dhiyyessu kan danda’uu.

2. hayyama dhiyyesii seera qabeessa dhiyyęssu kan danda’uu.

3. Dorgoomtonnii kamiyyuu Galma’aa vatii (15%)kan ta’aan fi ragaa Fotokopiin dhiyyessu kan danda’u

4. Dorgoomtonnii kamiyuu TIN kan qabuu fi ragaa dhiyyefachuu kan danda,uu.

5. Dorgoomtonnii kamiyuu meeshaa irratii dorgomeef samuda suuraan ykn qaaman dhiyyefachuu kan danda’uu

6. Dorgoomaan tokkoo sanada dorgoomii tokkoon malee qabatee dhiyyachuu hindada’uu

7. Dorgoomtonnii mo’ataa caal-baasichaa ta’uu isaanii erga ibsamee booda guyyaa 5/shaan/kessaatti qaaimaan dhiyyachuun waligaltee mallatteessu dirqamaa qaban.

8. Dorgoontonnii meeshalee mo’ataan qulqullinaa isaanii kan eggataan fi akkata ispesikkeeshinii ka’aameen dhiyyessu dirqama qabaan

9.  Dorgoomtonnii kabbachisaa caalbasiif CPO Qarshii (2%) 2000/kuma lama / Bankiin mirkana’ee sanadaa caalbasichaaa waliin dhiyyefachuu kan danda’uu.

10. Dorgoomtonnii sanadaa yaada dorgoomii dhiyyatee irratii haqamaa fi laqamaa tokko malee gatii guutuudhaan orjinaalaa fi koopi isaa addaa basuu dhaan dhiyyefachuu qabu.

11. Dorgoomtonnii dorgooma birra irra hunda’uu dhaan gatii gutuun hin danda’amuu

Waajjira Maallaqaa Aanaa Madda Walaabuu