Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Gafarsaa Gujee Konkolaataa gurguruu barbadaa – test3.diretenders.com

Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Gafarsaa Gujee Konkolaataa gurguruu barbadaa


Kallacha Oromiyaa (Nov 12, 2026)

Beeksisa Caalbaasii

R/Himataa Obbo Abarraa Caammisoofi R/Himatamaa Isiraa’eel Alamaayoo jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee qabeenya Konkolaataa Lakk.Gabatee 3-77962AA kan ta’e,yeroo ammaa hiikamee mana suphaa konkolaataa Geetaa Masaay ykn Eermiyaas jedhamutti gatii ka’umsa caalbaasii qarshii 900,442n gaafa 12/03/2019 sa’aatii 4:00 – 8:00tti caalbaasii ifaan waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka’umsa caalbaasii Baankii Siinqeetti qabsiisuun iddoo qabeenyi kun argamutti dhiyaachuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta’uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Gafarsaa Gujee


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *