Aanaan Akaakoo Mana Abbichuu qabeenya Aanichaa kan ta’e,Baargamoo Zoonii dhamotaa keessatti ballina lafa heektaara 10 ol irratti argamu caalbaasiidhaan Wal-dorgomsiisee gurguruu barbadaa – test3.diretenders.com

Aanaan Akaakoo Mana Abbichuu qabeenya Aanichaa kan ta’e,Baargamoo Zoonii dhamotaa keessatti ballina lafa heektaara 10 ol irratti argamu caalbaasiidhaan Wal-dorgomsiisee gurguruu barbadaa


Kallacha Oromiyaa (Sep 24, 2026)

Beeksisa Caalbaasii Baargamoo

Aanaan Akaakoo Mana Abbichuu qabeenya Aanichaa kan ta’e,Baargamoo Zoonii dhamotaa keessatti ballina lafa heektaara 10 ol irratti argamu caalbaasiidhaan Wal- dorgomsiisee gurguruu waan barbaaduuf namoonni ulaa argaam gadii guuttan dorgomuu ni dandeessu.

Ulaagaalee dorgommii

1.Heeyyama daldalaa bara 2018 kan haaromfate

2. Lakk.TIN kan qabu

3. Kabchiisa caalbaasii qarshii 100,000 qabsiisuu kan danda’u

4. Guyyaan caalbaasii 13/01/2019 ganama keessaa sa’aatii 3:00-4:00tti Waajjira Aanaatti caalbaasiin ni banama

5.Guyyaa hojii koreen agarsiisuudhaaf heyyamamaadha

6. Aanaan filannoo biraa yoo argate caalbaasichaa guutumaan guutuutti ta’ee,gartokkeen haquuf mirga qaba.

Aanaan Akaakoo Mana Abbichuu.


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *