Dhaabbanni Aksiyoonaa Harmee jedhamu Godina Arsii Magaalaa Asallaa ganda 04 keessatti argamu qabeenyaa dhaabbatichaa kan ta’e 1 ffaa Konkolaataa laandikiruuzarii gurguruu barbadaa


Kallacha Oromiyaa(Sep 18, 2025)

Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ።

Caalbaasii Gurgurtaa Konkolaataa

Dhaabbanni Aksiyoonaa Harmee jedhamu Godina Arsii Magaalaa Asallaa ganda 04 keessatti argamu qabeenyaa dhaabbatichaa kan ta’e 1ffaa Konkolaataa laandikiruuzarii Lakk. Gabatee isaa A.A.3-29021 kan ta’e 2ffaa Kireenii Entiree Konkolaataa kaasuu Lakk. Gabtee isaa 3-17809 O/R kan ta’e dhaabbatichi caalbaasiidhaan Wal- dorgomsisee gurguruu waan barbaadeef, namoonni caalbaasii kanarratti dorgomuudhaan bitachuu barbaaddan guyyaa beeksifni kun Gaazexaa Kallacha Oromiyaarratti maxxanfamee bahee kaasee guyyaa hojii 15f qileensarra edda ture gaafa guyyaa 16ffaa Waajjira dhaabbatichaa Magaalaa Asallaa Keessatti argamutti qaamaan dhiyaachuudhaan sanda guutuu waa’ee caalbaasichaa ibsu qarshii hin deebine 200(dhibba lama) kaffaluudhaan bitachuu kan dandessan ta’uu ni beeksifna. Odeeffannoo Dabalataatiif Lakk. Bilbilaa 09 10 41 83 79, 09 11 71 77 61 ykn 09 11 08 90 40 bilbiluun gaafachuu ni dandeessu.

Waajjira Harmee Abbootii Qabeenyaa Deddeebisa Uummataa Gidduu Galeessaafi Xixxiqaa Aksiyoonii Asallaa.


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *