Mana Murtii Ol’aanaa Godina Shawaa Bahaa baabura midhaan daakuu sadi maashina midhaan filu tokko fi manneen kuusaa kuusaa hunda isaa hammatee kan of keessaa qabu.gurguruu barbadaa – test3.diretenders.com

Mana Murtii Ol’aanaa Godina Shawaa Bahaa baabura midhaan daakuu sadi maashina midhaan filu tokko fi manneen kuusaa kuusaa hunda isaa hammatee kan of keessaa qabu.gurguruu barbadaa


Kallacha Oromiyaa (May 07, 2026)

Beeksisa caalbaasii

M/A/Mirgootaa Aadde Mulunash Salbaanaa faa N-6 fi M/A/Idootaa Aadde Wasanee Dambal Sirnaa faa N- 110 jidduu falmii himannaa raawwachiisaa jiru ilaalchisee baabura midhaan daakuu sadi maashina midhaan filu tokko fi manneen kuusaa kuusaa hunda isaa hammatee kan of keessaa qabu. gatii ka’umsa caalbaasii qarshii 2,329,945.6n gaafa 18/09/2018 sa’aatii 3:00 – 6:00tti caalbaasii ifa ta’een waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan kabachiisa caalbaasii 1/4 CPO orjinaala maqaa Mana Murtii Ol’aanaa Godina Shawaa Bahaatiin hojjechiiftanii guyyaafi sa’aatii jedhametti waraqaa eenyummaa /Faayidaa/ isin ibsu qabattanii dorgmtanii bitachuu kan dandeessan ta’uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Ol’aanaa Godina Shawaa Bahaa


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *