Your cart is currently empty!
CAALLBAASII
Addis Zemen(Aug 23, 2025)
Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ።
CAALLBAASII
Qabeenyumanii Kan Dhabataa Ijarsaa dandi Isheetu Lammaa ta’ee iskabatara Dhabata Ijarsaa Dandi Ispalit Isheetu Lammaa ta’ee kan tilmamiin ka’umsaa Qarshii tilmama issa mulisuu kan guyyaa 12/09/2017 barrayeen tilmama isaa qarshii 3,450,384.00 (miliyoona sadiif kuma dhibbaa afuriif kuma shanatamaf dhiba sadiif sadeetami afuri) kan tilmamamee ta’ee Qabeenyicha kana kan bitachuu barbaadaanif tilmamaa Qarshii ka’umsaa kana keessa 1/4 (tokko Arfaffa) issa CPOn YKN qarshii qabsiisan dorgoomu barbadaaniif dursa hanga guyyaa 26/12/2017 ALI tti Qilleensara turee Caalbasiin gaafa guyyaa 28/12/2017 Sa’aa 4:00 hanga sa’aa 6:00 tti iddo Iskabatarri Dhabatee jiruutti Naannoo WMDAM FI Dalawa Bulchinsa gidduti argamuun guyyaa olitti tuqee kanatti kan gagee famuuta’uun dursan dorgomtoonni akka achitti dhiyatan dorgoomu danda’aan ta’uuf sa’aa beeksiisa manxaafameen alati kan dhufan moo kan hirmachuuf dorgoomu hin dandenye ta’uunis akka beeksifamuu ta’ee kuni bifa kanan akka caalbasi issa duraa akka itti bahuuf iddo adda addaati beeksiifni caalbaasii maxxaanfame dorgoomanii ilaalee akka bitatuu, akkasumasi CAALLBASIIN SII LAMATAA TIIN Dhabataa Pireesi Ethiopiatiif QABEENYICHA ABBA IDA DHAABBATA IJAARSA DANDII ASPALTI ISHEETU LAMMAA TA’EE kuni caallbasi dhiyate kana abban Bitachuu barbaduu jechuun guyyaa ajajin kuni kenamee 02/12/2017 kaasee hanga guyyaa 26/12/2017 ALItti Qilleensara akka turuu mani murtii ajajera beksiifni Gazeexa Biyyoolleesa tiin haa maxxanfamuu
Bu’aa eguuf jedhe bellamma 29/12/2017 ALI Sa’at 4:30 qabera. Mana Muurt Olanaa Godina
Arsii Mana Murtii Aanaa Martii