Dhaabbannii Maayikiroo Faayinansii Harbuu Bajaajii Abbaa Miila sadii fii Mana Jireenyaa 13559/730/94 Kuma dhiibbaa saddeet kuma diigdmafisaddetamii jaha santtima afur.(820,086.4) 25/9/2018 A.LH guyyaa sa’aatii 4:00-5:00 tti Yeroo Jalqabataatiif (caalbaasii Iffaa A Odeffannoo dabalataaf: Teessoon Godiina Jimmaa Aanaa Saqqaa coqorsaa magalaa saqqaa Bankii Daldala Itoophiyaa Damee Saqqaa fulduratti qaamaan dhiyaachuun akka gaafatan jenna. Mana jireenyaa Godiina Arsii Magalaa Boqqojjii jiru ilaalchisee Harbuu Damee Boqqojjii qaamaan deemuun asfachuu ni dandeessa Dhaabbannii Maayikiroo Faayinansii Harbuu Dhaabbannii Maayikiroo Faayinansii Harbuu Bajaajii Abbaa Miila sadii fii Mana Jireenyaa ggurguruu barbadaa – test3.diretenders.com

Dhaabbannii Maayikiroo Faayinansii Harbuu Bajaajii Abbaa Miila sadii fii Mana Jireenyaa 13559/730/94 Kuma dhiibbaa saddeet kuma diigdmafisaddetamii jaha santtima afur.(820,086.4) 25/9/2018 A.LH guyyaa sa’aatii 4:00-5:00 tti Yeroo Jalqabataatiif (caalbaasii Iffaa A Odeffannoo dabalataaf: Teessoon Godiina Jimmaa Aanaa Saqqaa coqorsaa magalaa saqqaa Bankii Daldala Itoophiyaa Damee Saqqaa fulduratti qaamaan dhiyaachuun akka gaafatan jenna. Mana jireenyaa Godiina Arsii Magalaa Boqqojjii jiru ilaalchisee Harbuu Damee Boqqojjii qaamaan deemuun asfachuu ni dandeessa Dhaabbannii Maayikiroo Faayinansii Harbuu Dhaabbannii Maayikiroo Faayinansii Harbuu Bajaajii Abbaa Miila sadii fii Mana Jireenyaa ggurguruu barbadaa


Kallacha Oromiyaa (Apr 23, 2026)

Caalbaasii 

Dhaabbannii Maayikiroo Faayinansii Harbuu abbooti idaa akka wabiitti kan qabsisaan qabeenyaa asii gaditti argaman  bu’uura labsii lakk.97/1990,1147/2011 fi labsii lakk. 216/92 foyya’ee baheetiin baankii fi dhaabileen maayikroo faayinaansiitiif Aangoo kenneetiin qabeenyaa kana bkka jiranittti caal baasii ifaadhaan dorgomsisee gurguruu barbaada. Dorgomtooni caalbaasichaa caalbaasiif dorgomuun duratti dambilee arnaan gadii hordofutu irraa eegama.

1. Dorgomtonni sanada caal baasii kan hin deebine qarshii dhibba tokko (100) kaffaluun gaafa guyyaa 12/8/2018 A.L.H hanga gaafa guyyaa 05/9/2018 A.L.H ti guyyaa hojii jiran keessatti Biiroo dhaabbatichaa dame Saqqaa qaamaan deemuun bitaachuu ni dandeessu. Akkassumas kan Mana jireenyaa Godiina Arsii Magalaa Boqqojjii jiru ilaalchisee Harbuu Damee Boqqojjii qaamaan guyyaa 12/8/2018 hanga guyyaa 24/9/2018 A.L.H ti guyyaa hojii jiran keessatti Biiroo dhaabbatichaa deemuun bitaachu ni dandeessu

2. Dorgomaan caal baasii kamiyyuu ykn bakka bu’aan seeraa gatii ka’uumsa caal baasii dhibbentaa digdamii shan(25%) kabachiisa caalbaasitiif kaffaltii maqaa dhaabatichaatiin karaa bankii kaffaluun CPO qabsisuun dorgommii caal baasii irratti hirmachhuu ni danda’u

3. Caalbaasiin akkataa sagantaa/schedule baheetin bakka qabeenyaan wabumman qabametti kan taasifamu yoo 9ta’u abbaan qabeenya qabsisuu bakkichatti argamu ni danda’a.yoo kan hin argamne ta’ees bakka hin argamnetti caalbaasiin ni raawwatama. sand miles sisseme

4. Galmeen dorgomtoota caal baasii sa’aatii caal-baasichaa daqiqaa soddoma (30) dursee dhaabbaata…

5. Qabeenyaa caal baasiin gurguramuuf qophaayee ilaaluu dorgoman barbaade dursee kutaa Ogeessa seeraa dhaabatichaan wal qunnamuun caalbaasiin osoo hin adeemsifamiin guyyaa sadii dursee qabeenyicha ilaaluu ni // danda’a.

6. Mo’ataan caalbaasii caalbaasii mo’achuu isaa guyyaa dhaabbatni xalayaa barresseef irraa eegalee guyyaa kudha shan (15) keessatti kaffaltii caalbaasii gutummaan kaffalee xumuruun qabeenyicha ni simata,guyyaa ibsame keessatti kaffaltii rawwachuun yoo qabeenyicha hin simannee caalbaasin haqamuun qarshiin inni qabsisee dhaabatichaaf galii ta’ee caalbaasiin 2ffaan baha. Warreen caalbaasii hin milkoofne qarshiin isaan qabsisaa ni debi’aaf.

7. Kaffaltiin gibiraa motummaaf kaffalamu,kaffaltii liizii ture,taaxiin dabalataa jijjirraa maqaa fi baasiwwaan biroo bitataan ni aguuga.

8. Jijjirran maqaa gara nama caalbaasiin biteetti naanneessuuf dhaabatichi qaama motummaa dhimmi ilaalatuuf xalayaa ni barressa.

9. Dhaabbatichi wanta fooya’aa yoo argate mirgi caal baasii kan haqu kan eegameefidha

Gosa qabeenyaa

TL

 

Magas

Liqeeffataa

Maqaa nama

qabeenyaa

gabsisee

 

Bakka qabeenyaan

kun itti argamu

 

Gosa

qabeenya

Tajaajila

qabeenyaa

 

Lakk.gabate

abbaa

qabeenyummaa

 

Ka’uumsa gatii

caalbaasil

 

Guyyaa

fi sa’aatii

Caalbaasiin itti

gaggeffamu

 

Yeroo caal

baasiin

itti bahe

1

Biruk Getaachoo

Biruk Getaachoo

G/jimmaa Aanaa saqqaa Coqarsaa Wajjira poolisii Aanaa coqorsaa

Bajaajii Abbaa Miila sadii

daldalaaf

1-62945 OR

 

Kuma dhibba tokoof

kuma soddomii

shan dhibb shaniif

saddetama fi

santima shanatama

(135,580.50)

5/9/2018 A.LH

guyyaa sa’aatii

4:00-5:00 tti

Yeroo

Jalqabataatiif (caalbaasii

Iffaa

 

TL

 

Maqaa Liqeeffataa

Maqaa Nama qabeenyaa qabsisee

Bakka qabeenyaan

kun itti argamu

 

Bal,ina lafaa

Tajaajila

qabeenyaa

 

Lakk.gabate

abbaa

qabeenyummaa

 

Ka’uumsa gatii

caalbaasil

 

Guyyaa

fi sa’aatii

Caalbaasiin itti

gaggeffamu

 

Yeroo caal

baasiin

itti bahe

1

Adaanee Damee Daadhii

Adaanee Damee Daadhii

Magaalaa Boqqojjii

320 M 2 Kaaree

Mana Jireenyaa

13559/730/94

 

Kuma dhiibbaa saddeet kuma diigdmafisaddetamii jaha santtima afur.(820,086.4)

25/9/2018 A.LH

guyyaa sa’aatii

4:00-5:00 tti

Yeroo

Jalqabataatiif (caalbaasii

1ffaa a

Odeffannoo dabalataaf:

Teessoon Godiina Jimmaa Aanaa Saqqaa coqorsaa magalaa saqqaa Bankii Daldala Itoophiyaa Damee Saqqaa fulduratti qaamaan dhiyaachuun akka gaafatan jenna.

Mana jireenyaa Godiina Arsii Magalaa Boqqojjii jiru ilaalchisee Harbuu Damee Boqqojjii qaamaan deemuun asfachuu ni dandeessa

 

Dhaabbannii Maayikiroo Faayinansii Harbuu


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *